
Tooftaalee 3 Bilbila Keessan Irratti Bakka Duwwaa (Storage) Bal'isuuf Gargaaran
● Baga nagaan gara Qaroo Digitaal dhuftan! Yeroo baay'ee bilbilli keessan "Storage Space Running Out" ykn ispeesiin guuteera jedhee isin rakkisaa jiraa? Kun suuraa haaraa ka'uu ykn appii buunfachuuf isin dhowwa. Haa ta'u malee, osoo appii barbaachisoo hin haqin tooftaalee kanaan ispeesii bal'isuu dandeessu: 🧹 1. 'Cache Data' Appiiwwanii Qulqulleessuu Appiiwwan akka YouTube, TikTok fi…

Tooftaalee Iccitii 3 Baatrii
Bilbila Keessanii Dafee Akka Hin Fixne Taasisan Baga nagaan gara Qaroo Digitaal dhuftan! Bilbilli keessan baatrii dafee fixuun isin rakkisaa jiraa? Guyyaatti yeroo baay'ee chaarjei gochuun nuffisiisaadha. Haa ta'u malee, siitingii bilbila keessanii muraasa sirreessuun dandeettii baatrii keessanii dabaluu dandeessu. Tooftaalee kanaan gadii fayyadamaa: ● 🔋 1. 'Background App Refresh' Cufuunii ● Appiiwwan gariin osoo…

Tooftaalee Salphaa 3 Saffisa Wi-Fi Bilbila Keessanii Dachaan Ittiin Dabaltan
Tooftaalee Salphaa 3 Saffisa Wi-Fi Bilbila Keessanii Dachaan Ittiin Dabaltan

Baga nagaan gara Qaroo Digitaal dhuftan! Yeroo amma appiiwwan miliyoonaan lakkaawwaman jiraatanis, isaan keessaa kanneen hojii keenya guyyaa guyyaa nuuf salphisanii fi bilbila keenya keessa jiraachuu qaban sadii isiniif dhiyeessineerra.
Aplikeeshiniiwwan Bilbilaa Faayidaa Guddaa Qaban Fi Jiraachuu Qaban 3

Yeroo amma weebsaayitiin kee qilleensarra jira. Bilbilli keessan yeroo baay'ee ni gaggaba ykn saffisa isaa hir'isee isin rakkisaa jiraa? Kun baay'ee nama dhiphisa. Haa ta'u malee, koodii fi dandeettii dabalataa malee siitingii bilbila keessanii bifa kanaan sirreessuun saffisa isaa dachaadhaan guddisuu dandeessu.
Saffisa bilbila keessanii dachaadhaa!

Siitingii Murteessoo Sadan Bilbila Keessanii Kan Battery Fi Storage Furani
Siitingii iccitii sadan bilbila keessanii kan dafanii baatrii fixuu fi storage guutu tursiisan salphaatti furuuf gorsa kanarraa baradha