🔍Search

18. May 2026

Siitingii Murteessoo Sadan Bilbila Keessanii Kan Battery Fi Storage Furani

  1. Bilbilli keessan dafsee baatrii fixa? Yookaan ispeesiin storage guutee isin dhiphisaa jiraa? Siitingii murteessoo sadan isin gargaaran armaan gadii kanaan qulqulleeffadhaa:

🔋 2. Battery Saver (Baatrii Quasachuu)

  • Waan gootan: Siitingii (Settings) keessa gadi seenaa, Battery kan jedhu tuqaa.

Tarkaanfii: Deebistanii Background App Refresh kan jedhu cufaa (Off godha).

Bu'aa: Kun aplikeeshiniiwwan duubaan (background) baatrii keessan fixan dhaaba.

  • 📁 3. Storage Cleaner (Ispeesii Qulqulleessuu)
  • Waan gootan: Siitingii keessaa gara Storage (Kuusaa) keessa seenaa.
  • Tarkaanfii: Junk files ykn Cache (faayilota tarree) kan jedhu qulqulleessaa.
  • Bu'aa: Kun bilbilli keessan ispeesii dabalataa akka argatu fi akka hin dhiphanne godha.
  • 🔒 4. Protect Privacy (Iggumsa Iccitii)
  • Waan gootan: Dhumarratti, Privacy jalatti Location Services (Bakka argamaa) kan jedhu seenaa.
  • Tarkaanfii: Aplikaeshinii hundaaf banamee jiru gara "Only While Using" (Yeroo fayyadaman qofa) jedhutti jijjiiraa.
  • Bu'aa: Kun iccitii fi eegumsa bilbila keessanii ka'umsa gaariirra kaaha.

Back

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This field is mandatory

This field is mandatory

This field is mandatory

There was an error submitting your message. Please try again.

Security Check

Invalid Captcha code. Try again.

©2026 Qaroo Digital Copyright. All rights reserved

Information icon

We need your consent to load the translations

We use a third-party service to translate the website content that may collect data about your activity. Please review the details in the privacy policy and accept the service to view the translations.