Nagaa. Jaalannaa. Misooma. Addunyaaf.
Qaroo Digital tajaajila dijitaalaa qulqulluu fi amanamaa addunyaaf kenna.
Tajaajila Qaroo Digital
Qaroo Digital tajaajila dijitaalaa ammayyaa hojii fi mootummaa keessatti si gargaaru kenna.
Website Design
Digital Marketing
Graphic Design
o.Weebsaayitii ammayyaa fi saffisaa hojii kee guddisuuf hojjenna.
Facebook, Instagram fi Google irratti beeksisa hojii kee babal’ifna.
Logo, banner fi suuraalee miidhagaa hojii kee calaqqisan qopheessina.
“Qaroo Digital Eenyu?”
“Qaroo Digital dhaabbata dijitaalaa website, digital marketing fi graphic design irratti hojjetudha. Kaayyoon keenya hojii fi daldala keessan online irratti guddisuudha.”

Qaroo Digital Team
“Nu Qunnamaa”
E-mail: qaroodigital@gmail.com